Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Qidduus Giyoorgis 1 – 1 Magaalaa Hawaasaa

Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) –Taphoota Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 24ffaan Qidduus Giyoorgis Magaalaa Hawaasaa waliin qixa ba’e. Tapha har’a sa’aatii 9:00 irraa eegalee gaggeeffameen Qidduus Giyoorgis Magaalaa Hawaasaa waliin goolii 1 qixa ba’uun imala gara Waancatti taasiisu muddama keessa galcheera. Qidduus…
Read More...

Arsenaal 0- 3 Biraayitan

Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Biraayitan Arsenaal injifachuun carraa hirmaannaa Liigii Awurooppaa bal'ifate. Arsenaal dirree isaarratti Biraayitaniin goolii 3 fi 0n injifatamuun imalli gara waancaatti taasisu gufateera.