Ispoortii
Piriimeer Liigii Ingilaand taphoota torbee 28ffaan taphni Maanchiister Yuunaayitiid Arsenaal keessummeessu ni eegama
Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 28ffaan har’a sa’aatii 9:30 eegaluun taphatamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee taphni Nootingahaam Foresti Maanchiisteer Siitii waliin taphatu ni eegama.
Waaree booda sa’aatii 12:00 jalqabee Biraayitan - Fuulhaam, Kiristaal Paalaas – Ipisiiwiichi,…
Read More...
Dorgommiin Biskileetii Magaalaa Yaaballootti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Dorgommii Biskileetii Tuurii Gadaa marsaa 8ffaan walharkaa Fuudhiinsa Baallii Gadaa Booranaa haaromsan boodaa 72ffaa sababeefachuun magaalaa Yaaballootti gaggeeffamaa jiraachuun ibsame.
Dorgomichi…
Dorgomtoonni Biskileetii Magaalaa Finfinnee irra ka’an Yaaballootti simataman
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC)- Dorgomtoonni Biskileetii Kaleessa Magaalaa Finfinnee Yaadannoo injifannoo Adwaa irraa ka'aniif Magaalaa Yaaballootti simannaan taasifamaafi jiraachuun ibsame.
Wal harkaa fuudhinsa Baallii Gadaa…
Feestivaalli Ispoortii Poolisii biyyaalessaa 19ffaan olaantummaa Poolisii Oromiyaan xumurame
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Feestivaalli Ispoortii Poolisii biyyaalessaa 19ffaan Giddugala Dargaggoota Itiyoophiyaatti gaggeeffamaa ture olaantummaa Poolisii Oromiyaan xumurameera.
Feestivaalicharratti hirmaachaa kan ture…
Sihuul Shiree 0 – 1 Baankii Daldalaa
Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 21ffaan Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa galchii 1 fi 0n Siihuul Shiree injifate.
Zalaalam Abbabaan daqiiqaa 82 irratti galchii Baankii Daldalaa…
Wal harkaa fuudhinsa Baallii Gadaa Booranaa 72ffaa sababeeffachuun dorgommiin Biskileetii eegalame
Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Wal harkaa fuudhinsa Baallii Gadaa Booranaa sababeefachuun dorgommiin Biskileetii Magaalaa Finfinneetti eegalameera.
Dorgommii Biskileetii Tuurii Gadaa marsaan 8ffaan Gurraandhala 26 - 29, 2017tti…
Taphoota moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a PSGn Liiverpuul…
Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Taphoonni Moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaan jalqabaa har’as itti fufuun taphatamu.
Har’a halkan sa’aatii 2:45 eegalee Feyenoord – Intermiilaan waliin taphata.…