Ispoortii
FIFAn Liidiyaa Taaffaseef waamicha dhiyeesse
Finfinnee, Hagayya 24, (FBC) – Haadha Murteessummaa Kubbaa Miilaa Liidiyaa Taaffaseef dorgommii waancaa addunyaa umrii waggaa 17 gadiirraa waamicha taasiifameefiira.
Dorgommii waancaa addunyaa Kubbaa Miilaa umrii waggaa 17 gadii qopheessummaa Hindiin gaggeeffamurratti tajaajila akka laataaniif FIFAn Liidiyaa Taaffaseef waamicha…
Read More...
Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 5ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) - Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 5ffaan galgala sa’aatii 3:30 eegalee taphoonni 4 ni taphatamu.
Taphni Saawuuzhamtoonii fi Cheelsii gidduutti sa’aatii 3:45 eegaluun taphatamu ni…
Fiigicha Maaraatoonii eda gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aan
Finfinnee, Hagayya 23, 2014 (FBC) – Fiigicha Maaraatoonii halkan edaa biyyoota garaagaaraatti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aniiru.
Walakkaa maaraatoonii Intiriimitti gaggeeffameen Dhiiraan Atleet Jamaal Yimar…
Federeeshinichi bu’aa filannoo miseensota hojii raawwachiiftuu ifoomse
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa bu'aa filannoo miseensota hojii raawwachiiftuu ifoomseera.
Miseensota koree hojii raawwachiiftuu dhiirootaa har'a ifoomseera.
Haaluma kanaan Addisuu…
Obbo Isaayyaas Jiraa Pireezidaantii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa ta’uun filataman
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Obbo Isaayyaas Jiraa irra deebiin Pireezidaantii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa ta’uun filatamaniiru.
Filannoo pireezdaantii kubbaa miilaa Itiyoophiyaa 14ffaa gaggeeffameen Obbo Isaayyaas…
Yaa’iin Filannoo waliigalaa Federeeshinii Kubbaa Miilaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) – Yaa'iin Filannoo waliigalaa Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Finfinnee Galma Walga'ii Komishinii Diinagdee Afrikaatti gaggeeffamaa jira.
Yaa'icharratti Ministira Ministeera Aadaa fi Ispoortii…
Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi Torbee 4ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi Torbee 4ffaan har'a waaree booda sa'aatii 8:30 eegaluun ni taphatamu.
Saa'aatii 8:30 eegalee Saawuzhaamtoon Maanchiisteer Yuunaayitiid ni keessummeessa.…