Ispoortii
Taphni xumuraa Waancaa Addunyaa har’a gaggeeffama
Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)- Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa Kuwaataaritti gaggeeffamaa jiruun guyyaa har’aa Faransaayii fi Arjantiinaa gidduutti ni taphatama.
Bara Faranjotaa Sadaasaa 20, 2022 gaggeeffamuu kan eegalee taphni Kubbaa Miilaa Addunyaa har’a ni xumurama.
Tapha har’a Faransaayii fi Arjantiinaa gidduutti sa’aatii 12:00 irratti…
Read More...
Kirooshiyaan tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa sadarkaa 3ffaan xumurte
Finfinnee, Mudde 8, 2015 (FBC) - Kirooshiyaan goolii 2 fi 1n Moorokoo injifachuun tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa sadarkaa 3ffaan xumurteerti.
Moorokoon Waancaa Addunyaa 22ffaa qopheessummaa Kuwaataariin gaggeeffamaa jirurratti ga'umsa…
Waancaa Addunyaan har’a Kirooshiyaa fi Moorokoon sadarkaaf ni taphatu
Finfinnee, Mudde 8, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaan har’a Kirooshiyaa fi Moorokoon sadarkaaf ni taphatu.
Galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee taphni biyyoonni lamaan sadarkaa 3ffaan xumuruuf taasiisan ni eegama.…
Moorokoon murteessaa kubbaa miilaa tapha walakkaa xumuraa gaggeessan komatte
Finfinnee, Mudde 7, 2015 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Moorokoo murteessaa Kubbaa Miilaa tapha Moorokoon Faransaay waliin taasiste gaggeessan irratti komii dhiyeessite.
Komii kanas Waldaa Federeeshiinii kubbaa miilaa addunyaa…
Leenjisaan garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Poorchugaal garichaan adda bahan
Finfinnee, Mudde 7, 2015 (FBC) – Leenjisaan garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Poorchugaal Fernaandoo Saantoos garichaan adda ba’uu ibsame.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Poorchugaal tapha Waancaa Addunyaa 22ffaan Moorokoon goolii 1 fi 0n…
Yuuseen Boolti badhaasa nama milkaa’aa BBC Ispoorti mo’ate
Finfinnee, Mudde 7, 2015(FBC)- Atileetiin lammii Jamaayikaa Yuuseen Boolti badhaasa nama milkaa’aa BBC Ispoortii mo’ate.
Yeroo saddeet meedaaliyaa fiigicha olompikii kan injifate Yuuseen Boolti, 2008 Olompikii Beejiingii, 2012 Landanitti…
Abjuun Waancaa addunyaaf qabnu gufatus sadarka kanarra ga’uu keenyaaf gammanneera – Waaliid…
Finfinnee, Mudde 6, 2015 (FBC) – Abjuun Waancaa addunyaaf qabnu gufatus sadarkaa kanarra ga’uu keenyaaf gammanneera jedhan Leenjisaan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Moorookoo Waaliid Ragiraagii.
Gadda osoo hin taane gammachuutu nutti…