Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Fiigicha xumuraa meetira kuma 3 fi gulaallii meetira 800 halkan har’aa gaggeeffamuun Atleetoonni Ityoophiyaa ni eegamu

Finfinnee, Adoolessa 29, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadiin fiigicha xumuraa meetira kuma 3 fi gulaallii meetira 800 halkan kana gaggeeffamuun Atleetoonni Ityoophiyaa ni eegamu. Fiigicha xumuraa meetira kuma 3 dhiiroota gidduutti halkan sa’aatii 7:00 irraa eegalee gaggeeffamuun Atleet Dirribaa Girmaa fi…
Read More...