Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Jila Atleetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa addunyaa umrii waggaa 20 gadiiratti hirmaatuuf gaggeessaan taasiifame

Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Jila Atleetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Kolombiyaa magaalaa Kaaliitti adeemsifamurratti hirmaatuuf gaggeessaan taasiifameera. Bakka buutoonni Federeeshinii Atleetiksii Ityoophiyaa Jilichaaf ganama har’aa sa’aatii 2:00 irraatti Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa…
Read More...