Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Ityoophiyaa 0 – 0 Sudaan Kibbaa

Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) - Taphi gulaallii Waancaa Chaan Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gita isaa Sudaan Kibbaa waliin taphate goolii malee qixa xumurameera. Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa biyya tapha kubbaa miilaan seenaa gadi aanaa qabdu Sudaan Kibbaa injifachuu hin dandeenye. Taphni deebii Adoolessa…
Read More...