Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Jila Atleetiksii dorgommii Qaaxxamura Biyyaa Idil Addunyaa 44ffaarratti hirmaateef Badhaasnii fi beekkamtiin laatame

Finfinnee, Guraandhala 14, 2015 (FBC) – Jila Atleetiksii Ityoophiyaa dorgommii Qaaxxamura Biyyaa Idil Addunyaa 44ffaarratti hirmaachuun sadarkaa 2ffaan xumureef Badhaasnii fi beekkamtiin laatameera. Atleetoota Meedaaliyaa Warqee argamsiisaniif Badhaasni Birrii kuma 45, Meetiif Birrii kuma 30, Naahaasiif Birrii Kuma 15, Dippiloomaaf Birrii kuma…
Read More...

Astoon Viilaa 2 – 4 Arsenaal

Finfinnee, Gurraandhala 11, 2015 (FBC) - Piriimaayer Liigii Ingilaandiin Arsenaal Astoon Viilaa injifachuun dursummaa liigichaatti deebi'e. Tapha har'a waaree booda kilaboota lamaan gidduutti gaggeeffameen Arsenaal Istaadiyeemii Viillaa…