Ispoortii
Piriimeer Liigii Ingiliziin taphni har’a Arsenaal Liiverpuul keessummeessu akkaan eegama
Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) – Sagantaa xumuraa taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 21ffaan taphni har’a Arsenaal Liiverpuul keessummeessu akkaan eegama.
Arsenaal garaagarummaa kilaboota itti aanaan waliin qabu caalmaatti bal’isuuf morkiin har’a Liiverpuul waliin taasisu xiyyeeffannoo olaanaa argateera.
Falmiin har’a halkan sa’aatii…
Read More...
Maanchister Siitiin garaagarummaa qabxii Arsenaal waliin qabu dhiphisuuf har’a Biraaytan…
Finfinnee, Mudde 29, 2018 (FMC) - Pirimeer Liigii Ingilaandi torbee 21ffaan Maanchister Setiin dirree isaa irratti Biraanyitaniin kan itti keessummeessu tapha eegamaa dha.
Taphoota darban lama walitti aansee qabxii kan gate Maanchister…
Waancaa Afrikaan har’a taphoonni mo’anii darbuu xumuraa lama ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) –Waancaa Afrikaa 35ffaa qopheessummaa Moorokoon taphatamaa jiruun har’a taphoonni mo’anii darbuu xumuraa lama ni taphatamu.
Galgala sa’aatii 1:00 eegalee morkiin Aljeeriyaan Riippaabliika Diimokiraatawaa…
Liyaam Rooziiniyar Cheelsii leenjisuuf waliigalan
Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) – Leenjisaan kubbaa miilaa lammiin Ingiliz Liyaam Rooziiniyar Cheelsii leenjisuuf waliigalaniiru.
Ga’eessa umrii waggaa 41 kan ta’an Liyaam Rooziiniyar Cheelsii leenjisuuf waliigaluu BBC’n gabaaseera.…
Maanchiister Yuunaayitiid Ruuban Amooriimin gaggeesse
Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Maanchiister Yuunaayitiid leenjisaa isaa Ruuban Amooriimin gaggeesseera.
Yuunaayitiid baatiwwan 14 booda lammii Poorchuugaal Ruuban Amooriim leenjisummaarraa gaggeessuu 'The Athletics' gabaaseera.…
Waancaa Afrikaan har’a taphoonni mo’anii darbuu lama ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Waancaa Afrikaa 35ffaa qopheessummaa Moorokoon gaggeeffamaa jiruun har’a taphoonni mo’anii darbuu lama ni taphatamu.
Galgala sa’aatii 1:00 jalqabee Ijipti Beeniin waliin taphatti.
Biyyoonni lamaan…
Maanchister Yunaayitid fi Liidsi Yunaayitid qixa ba’an
Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC)- Tapha piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 20ffaan Maanchister Yunaayitid fi Liidsi Yunaayitid 1-1'n qixa ba'an.
Maanchister Yunaayitidiif Maatiyaas Kunihaa yoo lakkoofsisu, Liidsi Yunaayitidiif ammoo…