Ispoortii
Fiigichi xumuraa meetira kuma 10’n har’a dhiiroota gidduutti gaggeeffaamuun Atleetoonni Ityoophiyaa ni eegamu
Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganitti gaggeeffamaa jiruun fiigichi xumuraa meetira kuma 10'n Atleetoonni Ityoophiyaa ni eegamu.
Har'a waaree booda sa'aatii 10:15 irraa eegalee fiigichi maaraatoonii dhiiroota giddutti kan gaggeeffamu yoo ta'uu, Atleet Leellisaa Deessisaa, Mussinnat…
Read More...
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaan Ityoophiyaan meedaaliyaa Warqee jalqabaa argatte
Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganitti gaggeeffamaa jiruun Atleet Lattasanbat Giday meetira kuma 10'n meedaaliyaa Warqee jalqabaa Ityoophiyaaf argamsiifteerti.
Atleet…
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaan har’a dorgomiin xumuraa Meetira kuma 10 dubartoota…
Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaan har’a dorgomiin xumuraa Meetira kuma10 dubartoota gidduutti halkan sa’aatii 4:20 irraa eegalee ni gaggeeffama.
Dorgimmichaan Atleetoonni…
Fiigicha Gulaallii shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa eda gaggeeffameen Atleetoonni…
Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) –Fiigicha Gulaallii shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa eda Ooriiganitti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa kooriniyaa lamaaniinu marsaa xumuraaf darbaniiru.
Dorgommii gufachiisaa meetira…
Shaampiyoonaan Atleetiksii addunyaa 18ffaa halkan har’aa ni eegala
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii addunyaa 18ffaa Ooriigaanitti halkan har’aa ni eegala jedhame.
Gulaalliin gufachiisaa meetira kuma 3 halkan sa’aatii 9:15 irratti dhiiroota gidduutti kan…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 18ffaan boruu jalqaba
Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Ameerikaa Oreegoonitti kan gaggeeffamuu Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 18ffaan boruu jalqaba.
Dorgommicha, Ityoophiyaan dhiiraa 21 fi dubartootaa 19 waliigalaan atileetota 40’n akka hirmaattu…
Obbo Isaayyaas Jiraan Pireezidaantii Kaaf waliin dhimmoota adda addaarratti mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Obbo Isaayyaas Jiraan Pireezidaantii Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Paatiriis Mooseeppee waliin dhimmoota adda addaarratti mari'ataniiru.…