Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Ityoophiyaa 2 – 0 Ijipti

Finfinnee, Waxabajjii 2 , 2014 (FBC) –Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Gulaallii Waancaa Afrikaa 2023f gaggeessaa jiruun gita isaa Ijipti goolii 2 fi 0n injifateera. Taphataan sarara fuulduraa garichaa Daawwaa…