Ispoortii
Shaampiyoonaan Atileetiksii Afrikaa 22ffaan jalqabame
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Mooriishiyeetitti kan gaggeeffamu Shaampiyoonaan Atileetiksii Afrikaa 22ffaan har’a eegaleera.
Shaampiyoonaa atileetiksii kanarratti Ityoophiyaan atileetota dhiiraa 26 fi dubartoota 28 waliigalaan atileetota 54 kan hirmaachistudha jedhameera.
Fiigicha meetira 100 dubartootaan Raaheel Tasfaayee,…
Read More...
Gareen Kubbaa miilaa dubartootaa biyyaalessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii Waancaa Addunyaa…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) –Taphni gulaallii waancaa Addunyaa har'a Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Naayijeeriyaa waliin gaggeesse goolii malee qixa xumurameera.
Tapha…
Dorgommii fiigicha meetira 1500 Faransaay Moontiriil Tuuritti gaggeeffameen Dirribee Waltajjii…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Dorgommii fiigicha meetira 1500 Faransaay Moontiriil Tuuritti gaggeeffameen Dirribee Waltajjii injifatteerti.
Dirribeen dorgommicha daqiiqaa 3, seekoondii 59 fi maayikiroo seekoondii 48 xumuruun…
Zaanzibaar 0 – 5 Ityoophiyaa
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha waancaa Seekaafaa gita isaa Zaanzibaar waliin taphate goolii 5 fi 0n injifate.
Dorgommii Shaampiyoonaa waancaa Bahaa fi…
Kilabni Kubbaa Miilaa Sokorruu Shaampiyoonaa liigii Olaanoo Oromiyaa ta’e
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) - Tapha liigii Olaanoo Oromiyaa Magaalaa Jimmaatti kilaboota 26 hirmachisuun gaggeeffamaa tureen kilabni kubbaa miilaa Magaalaa Sokorruu Shaampiyoonaa ta’eera.
Sokorruun kilaba kubbaa Miilaa…
Leenjisaa Wubatuu Abaataan taphattoota 5 hir’isan
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) - Leenjisaa Wubatuu Abaataa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa keessaa taphattoota 5 hir’isuun isaanii beekame.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa taphaa gulaallii…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa gita isaanii Leeseetoo waliin qixa xumuran
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa gita isaanii Leeseetoo waliin taphaa madaallii ga’umsaa 2ffaatiin 1-1 qixa xumuraniiru.
Tapha istaadiyamii Yuunvarsiitii Saayinsiifi Teekinooloojii…