Ispoortii
Atileetonni Ityoophiyaa Maaraatoonii Boostanirratti ni hirmaatu
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC)- Atileetonni Ityoophiyaa Fiigicha Maaraatoonii Boostanirratti koorniyaa lamaniin akka hirmaatan qopheessitoonni dorgommichaa beeksisan.
Dhiirotaan Atileet Leellisaa Deessisaa, Shuraa Qixxaataa, Indaamilaak ballihuu, Andwaalam Balaay akkasumas Hirphasaa Nagaasaa kan hirmatan ta’uun ibsameera.
Gama dubartootaan…
Read More...
Sochiin “mass sport” guyyaa boruu akka Oromiyaatti ni gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Sochiin "mass sport" akka Oromiyaatti namoota miiliyoona 1 ol hirmaachisu guyyaa boruu kan gaggeeffamu ta’uu Biiroon Dhimma Dargaggoo fi Ispoortii naannichaa beeksise.
Oromiyaatti Ispoorteessitoota…
Liyooneel Meesiin Waancaa Addunyaan booda tapha jalqabaa isaa injifannoon eegale
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Liyooneel Andereen Meesiin Waancaa Addunyaan booda tapha jalqabaa isaa Kilaba PSG taphaterrarri goolii lakkoofsiiseera.
Tapha Liigii 1ffaa Fireenchi eda galgala taphatameen PSGn goolii 2 fi 0n Angarsi…
Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Chaaniif Aljeeriyaa gale
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Chaaniif Aljeeriyaa galeera.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Shaampiyoonaa Kubbaa Miilaa Biyyoota Afrikaarratti hirmaachuuf wayita…
Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa fi Feestivaalli argisiisa aadaa Oromiyaa magaalaa Walisootti eegalame
Finfinnee, Amajjii 2, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa fi Feestivaalli argisiisa aadaa Oromiyaa 28ffaan magaalaa Walisootti eegalameera.
Shaampiyoonaan kun gosoota Ispoortii aadaa 10 fi argisisa aadaa garaagaraa kan…
Gareen biyyaalessaa Ityoophiyaa Morokoon 2 fi 1’n injifatame
Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa marsaa 2ffaaf taphaa ga’umsa adda baasuu Morokoo waliin taphateen 2 fi 1’n injifatameera.
Tapha Chaaniif Morookoo Kaazaabilaankaatti qophii taasisaa kan jiru gareen…
Gaariiz Beel tapha kubbaa miilaa dhaabe
Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Taphataan kubbaa miilaa beekaman lammii Weelsi Gaariiz Beel tapha kubbaa miilaa biyyaalessaas ta’e kilabaa dhaabuu beeksise.
Beel gama miidiyaa hawaasummaa isaan akka ibsetti, abjuu kubbaa miilaa jaallatu…