Ispoortii
Beellama 238ffaa Maanchistar Yuunayitidii fi Arseenaal
Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Tapha Pirimeerliigii Ingilaandi torbee 6ffaan Maanchistar Yuunayitidii fi Arseenaal tapha kubbaa miilaa jabduu fi akkaan eegamuuf wal beellamaniiru.
Seenaa Pirimeerliigii Ingilaandi keessatti iddoo addaa kan qaban kilabootni lamaan bara Faranjootaa 1990 hanga bara 2000 gara jalqabaa ashaaraa Pirimeerliigii…
Read More...
Taphoonni Beetkiing Ityoophiyaa bara 2015 Fulbaana 20 ni eegala
Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Taphoonni Beetkiing Piriimayeer Liigii Ityoophiyaa bara 2015 Fulbaana 20 ni eegala jedhame.
Sagantaan taphoota Beetkiingii Ityoophiyaa kun gabatee CAF fi FIFA bu’uura godhachuun kan…
Kilaboonni moggaasa sabaafi amantaan waamaman maqaa isaanii akka fooyyessan yaadachiifaman
Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Kilaboonni Kubbaa miilaa moggaasa sabaafi amantaan waamaman maqaa isaanii akka fooyyessan Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa yaadachiise.
Yeroon jijjiirraa dorgommiiwwan liigii Federeeshinii Kubbaa…
Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaan boru taphoonni 8 ni taphatamu
Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaan boru taphoonni 8 waaree booda sa’aatii 8:30 irraa eegaluun ni taphatamu.
Taphoota shanan hanga ammaatti gaggeeffameen qabxii 3 qofa walitti qabachuun…
Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa har’a Ruwaandaatti imala
Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha deebii gulaallii CAF torbe dhumaa taphachuuf har’a gara Ruwaandaatti imala.
Garichi Dilbata dhufu Tapha deebii Ruwaandaa waliin taphata.
Gareen…
FIFAn Liidiyaa Taaffaseef waamicha dhiyeesse
Finfinnee, Hagayya 24, (FBC) – Haadha Murteessummaa Kubbaa Miilaa Liidiyaa Taaffaseef dorgommii waancaa addunyaa umrii waggaa 17 gadiirraa waamicha taasiifameefiira.
Dorgommii waancaa addunyaa Kubbaa Miilaa umrii waggaa…
Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 5ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) - Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 5ffaan galgala sa’aatii 3:30 eegalee taphoonni 4 ni taphatamu.
Taphni Saawuuzhamtoonii fi Cheelsii gidduutti sa’aatii 3:45 eegaluun taphatamu ni…