Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Tapha Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa har’a taasifameen Jimmaa Abbaa Jifaar injifate

Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Tapha Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa magaalaa Baahirdaaritti har’a taasifameen Jimmaa Abbaa Jifaar magaalaa Arbaa Minc injifateera. Tapha har’a ganama taasifameen Jimmaa Abbaa Jifaar magaalaa Arbaa Minc 2 fi 1 injifateera. Jimmaa Abbaa Jifaariif Ascannaaqii Tsaggaayee fi Iyyoob Alamaayyahu goolii yoo…
Read More...