Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Dorgommiin Ispoortii Aadaa 23ffaa fi Feestivaalli Ispoortii Aadaa 19ffaan olaantummaa naannoo Oromiyaan xumurame

Finfinnee, Bitootessa 27, 2018 (FMC) - Dorgommiin Ispoortii Aadaa 23ffaa fi Feestivaalli Ispoortii Aadaa 19ffaan naannoo Harariitti dorgomamaa ture olaantummaa naannoo Oromiyaan xumurameera. Dorgommii Ispoortii Aadaa 23ffaa fi Feestivaala Ispoortii Aadaa 19ffaa guyyoota torbaaf gaggeeffamaa ture Naannoon Oromiyaa waliigalaan qabxii 61 walitti…
Read More...