Ispoortii
Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaan har’a fiigichi gulaallii Atileetonni Itiyoophiyaa itti hirmaatan ni gaggeeffamu
Finfinnee, Fulbaana 8, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Tookiyootti dorgomamaa jiruun har’a fiigichi gulaallii Atileetonni Itiyoophiyaa itti hirmaatan ni gaggeeffamu.
Haaluma kanaan fiigichi gulaallii meetira kuma 5 har’a waaree booda sa’aatii 7:05 irraa jalqabee Atileetoota dubartootaa gidduutti fiiggama.…
Read More...
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaan jalqabaa har’as itti fufuun taphatamu
Finfinnee, Fulbaana 8, 2018 (FMC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a taphni Maanchiister Siitiin - Naappoolii fi Niwuukaasiil ammoo Baarseloonaa waliin taphatan ni eegamu.
Maanchiister Siitiin har’a halkan sa’aatii 4:00…
Itiyoophiyaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 ‘n Meedaaliyaa Nahasaa argatte
Finfinnee, Fulbaana 7, 2018 (FMC)- Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan Itiyoophiyaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 dubartootaan meedaaliyaa Nahasaa argatteetti.
Dorgommii fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 dubartootaan…
Atileet Fireewayinii Hayiluun meedaaliyaa ala taate
Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) –Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan fiigicha meetira kuma 1 fi 500'n Atileet Fireewayinii Hayiluun meedaaliyaa ala taate.
Atileet Fireewayiniin sadarkaa 6ffaan xumurte.
Atileetonni Keeniyaa…
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a eegalamu
Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara 2025/26 har’a eegalamu.
Taphoota bara kanaarratti kilaboonni 36 ni hirmaatu.
Piriimeer Liigiin Ingiliiz kilaboota 6 hirmaachisa.
Taphoonni bara kanaa…
Atileet Joorji Beemiish fiigicha gufachiisa meetira kuma 3 injifate
Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa Addunyaa 20ffaan fiigicha gufachiisa meetira kuma 3 har’a Tookiyootti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoohiyaa hin milkoofne.
Atileet Saamu’eel Fireew sadarkaa 4ffaa, Lammeechaa Girmaan…
Fiigicha xumuraa gufachiisa meetira kuma 3 har’a gaggeeffamuun Atileetoonni Itiyoophiyaa ni eegamu
Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) –Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Tookiyootti dorgomamaa jiruun fiigichi xumuraa gufachiisa meetira kuma 3 har’a dhiirotaa gidduutti ni gaggeeffama.
Atileet Lammeechaa Girmaa,…