Ispoortii
Atileet Solomoon Baaraggaa Maaraatoonii Siiviyaa injifate
Finfinnee, Guraandhala 16, 2017 (FMC) – Atileet Solomoon Baaraggaa Fiigicha Maaraatoonii Siiviyaatti dorgomame injifateera.
Atileet Solomoon fiigicha maaraatoonii irratti yeroo jalqabaaf kan dorgome yoo ta’u, dorgommii Siiviiyaa kanas sa’aatii 2 fi daqiiqa 5 fi sekoondii14’n xumuruun injifachuu ragaan Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaarraa…
Read More...
Ugaandaa 2 – 0 Itiyoophiyaa
Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Taphni Gulaallii Waancaa Afrikaa 2026 Garee Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa fi kan Ugaandaa gidduutti taphatame olaantummaa Ugaandaan xumurameera.
Tapha Gulaallii marsaa…
Ramaddiin taphoota moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Carraan ramaddii taphoota moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a Siwiizarlaandi Naayoonitti ifoomeera.
Arsenaal - PSV,
Liiverpuul - PSG,
Baayerni Muunich - Liivarkuusan,…
Gareen Kubbaa Miilaa Dubartoota Itiyoophiyaa har’a gita isaa Ugaandaa waliin taphata
Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaaleessa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Ugaandaa waliin tapha gulaallii Waancaa Afrikaa 2026 marsaa jalqabaa ni taphata.
Dorgommii waancaa Kubbaa Miilaa…
Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Kaampaalaa gale
Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartoota Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Ugaandaa Kaampaalaa galeera.
Garichi wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Intabee gahu Ugaandaatti bakka buutoota Imbaasii Itiyoophiyaa…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Astoon Viilaan Liiverpuul keessummeessu ni eegama
Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a halkan sa’aatii 4:30 eegalee Astoon Viilaan Liiverpuul waliin taphatu ni eegama.
Astoon Viilaan Kilaba Waancaa Liigichaa bara kanaa fudhachuuf falmachaa…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni deebii Maadriid Maanchiister Siitii keessummeessuu ni eegama
Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) – Taphoota moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni deebii har’a Maadriid Maanchiister Siitii keessummeessuu hawwiin eegama.
Taphoota deebii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a…