Ispoortii
Dorgommiiwwan fiigicha garaagaraa guyyaa har’aa gaggeeffameen Atleetni Ityoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Dorgommiiwwan fiigicha garaagaraa sadarkaa idil addunyaa guyyaa har'aa gaggeeffameen Atleetni Ityoophiyaa milkaa'anirru.
Fiigicha Maaraatoonnii Hambargitti gaggeeffameen Atleet Yaalamzarf Yewaahalaa sa'aatii 2 fi daqiiqaa 17 fi sekondii 23 xumuruun rikkardii iddichaa fooyyessuun injifatte.
Maaraatoonii…
Read More...
Tapha pirimeerliigii Ingilaand Arseenaalii fi Maanchistar Yuunayitid gidduutti geggeeffame…
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)-Tapha pirimeerliigii Ingilaand torbee 34ffaa Arseenaaliifi Maanchistar Yuunayitid gidduutti geggeeffame olaantummaa Arseenaaliin goolabameera.
Tapha pirimeerliigii Ingilaandi Arseenaalii fi Maanchistar…
Pirimeerliigii Ingilaand torbee 34ffaa dubbii jabaaf eegamu
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)-Taphni pirimeerliigii Ingilaand torbee 34ffaan kilaboota gurguddoo Addunyaa kubbaa miilaan daran eegaman Arseenaalii fi Maanchistar Yuunaayitidiin wal-falmisiisa.
Arseenaalii fi Maanchistar Yuunaayitid…
Ramaddiin tapha calallii Waancaa Afrikaa 2023 ifoome
Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) – Ramaddiin tapha calallii Waancaa Afrikaa bara 2023 guyyaa kaleessaa ifoomeera.
Ityoophiyaan ramaddii D jalatti Gibtsi, Giinii fi Maalaawwii waliin ramadamteetti.
Taphoonni Calallii Waancaa Afrikaa…
Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 19ffaan Dirree Dawaan qabxii murteessaa…
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 19ffaan Dirree Dawaan Jimmaa Abbaa Jifaar injifachuun qabxii murteessaa argateera.
Tapha torbee 19ffaa har’a Istaadiyeemii…
Dorgommiin Maaraatoonii Riilee Ityoophiyaa 17ffaan olaantummaa garee Baankii Daldalaa Ityoophiyaan…
Finfinnee, Eebila 9, 2014 (FBC) – Dorgommiin Maaraatoonii Riilee Ityoophiyaa 17ffaan olaantummaa garee Baankii Daldalaa Ityoophiyaan xumurameera.
Dorgommiin Maaraatoonii Riilee Ityoophiyaa 17ffaan Magaalaa Jigjigaatti dorgomamaa ture…
Figicha Walakkaa Maaraatoonii Kaazaakiistaan -Duushaanbeen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aan
Finfinnee, Eebila 9, 2014 (FBC) – Figicha Walakkaa Maaraatoonii Kaazaakiistaan -Duushaanbeen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa'aaniiru.
Dorgommii dubartoota gidduutti gaggeeffameen Atleet Baqqaluu Abbabaa sadarkaa 1ffaa xumurteerti.…