Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Gaanaa 2 -1 Ityoophiyaa

Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gita isaa Gaanaan goolii 2 fi 1 injifatame. Garichi tapha Magaalaa Finfinnee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taasiiseen goolii 3 fi 0n injifatamuun kan yaadatamuudha. Waliigala tapha marsaa lamaaniin Gaanaan goolii 5 fi 1…
Read More...