Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Maanchuriyaan Darbii 187ffaa

Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Kilaboonni magaalaa Maanchisteer,Maanchisteer Siitiifi Maanchisteer Yuunayitid yeroo 187ffaaf galgala kana daqiiqaawwan 90'f miira kubbaa miilaan waraana Raashiyaafi Yuukireen irraanfachiisuu danda'aan xiyyeeffannoo addaa kan argate beellama jabaa qabu. Beellamni beellamaan kan walitti kakatan kilaboonni…
Read More...