Ispoortii
Atileet Muktaar Idiris fiigicha daandiirraa Ispeenitti gaggeeffame rikoordii haaraa galmeessuun injifate
Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC)-Atileet Muktaar Idiris fiigicha daandiirraa Ispeenitti gaggeeffame rikoordii haaraa galmeessuun injifateera.
Atileet Muktaar Idiris fiigicha fageenya 10 km Ispeenitti gaggeeffame rikoordii bakkichaa fooyyessuun injifateera.
Atileet Muktaar Idiris fageenyicha xummuruuf daqiiqaa 28:34 kan itti fudhate yoo…
Read More...
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii har’a gita isaa Gaanaa…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii har'a tapha deebii gita isaa Gaanaa waliin ni taphata.
Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii…
Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Adaamaa waliigaltee Ispoonsar Shiippii Birrii miiliyoona 60…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa keessatti hirmaachaa kan jiru Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Adaamaa waliigaltee Ispoonsar Shiippii Birrii miiliyoona 60 mallateessuu beeksiise.…
Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa 51ffaan Bitooteessa 19, 2014 eegalee magaalaa Hawaasatti ni…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa 51ffaan Bitooteessa 19, 2014 eegalee magaalaa Hawaasatti kan gaggeeffamu ta’uu Federeeshiniin Atleetiksii Ityoophiyaa beeksiise.…
Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Beelgireedirratti hirmaate Finfinnee gale
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Mana Keessaa Beelgireed 18ffaarratti hirmaate Finfinnee galeera.
Jilichi wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’u…
Ityoophiyaan Shaampiyoonaa atleetiksii mana keessaa Beelgireed sadarkaa 1ffaan xumurte
Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan Shaampiyoonaa atleetiksii mana keessaa 18ffaa Beelgireed 2022n sadarkaa 1ffaan t xumurte.
Ityoophiyaan dorgommichaan meedaaliyaa 9 argachuun addunyaarraa 1ffaa ta’uun xumurteetti.…
Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaaleessa Ityoophiyaa umrii 17 gadii gulaallii waancaa addunyaa…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaaleessa Ityoophiyaa umrii 17 gadii gulaallii Waancaa Addunyaaf tapha deebii gaggeesseen gita isaa Ugaandaa waliin goolii 1 qixa xumurus marsaa itti aanuuf…