Ispoortii
Kaariim Beenzeemaan sababa miidhamaan tapha waancaa Addunyaan ala ta’e
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa garee biyyaalessaa Faransaay Kariim Benzeemaa shaakallii irra osoo jiruu miidhama isa muudateen Waancaa Addunyaa Kataariin ala ta'uu ibsameera.
Injifataan badhaasa Ballon d'Or bara kanaa Benzeemaan osoo Kataaritti garee wajjin shaakalarra jiruu taphootaa Waancaa addunyaarratti…
Read More...
Waancaan Addunyaa har’a ni eegala
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Waancaan Kubbaa Miilaa Addunyaa 22ffaan har'a Kuwaataariitti ni eegala.
Sirni baniinsaa Istaadiyeemii namoota kuma 60 qabachuu danda'u Istaadiyeemii Al Baayitiitti ni gaggeeffama jedhame.
Sirna…
Abbee Gaashahu Fiigicha guddaa Ityoophiyaa 22ffaa injifate
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Atleet Abbee Gaashahu fiigicha guddaa Ityoophiyaa 22ffaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffame injifateera.
Atleet Abbee Gaashahu yeroo 3ffaaf fiigicha kana injifateera.
Atleet Hayilamaariyaam Amaareen…
Fiigichi guddaan Ityoophiyaa 22ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) –Fiigichi guddaan Ityoophiyaa 22ffaan hirmaattoota kuma 40 hirmaachise magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Sirna jalqabsiisa isaarratti Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdee, Ministirri…
Yaa’iin waliigalaa Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa 26ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 10, 2015(FBC)- Yaa’iin waliigalaa Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa 26ffaa Naannoo Afaar magaalaa Samaraatti gaggeeffamaa jira.
Yaa’icharratti Pireezidaantii Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa gargaartuu…
Taphni Waancaa Kubbaa Miilaa Addunyaa Dilbata dhufu Kuwaataariitti ni eegala
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Kubbaa Miilaa Addunyaa 22ffaan Dilbata dhufu Kuwaataariitti ni eegalama.
Taphni waancaa addunyaa 22ffaan qopheessummaa Kuwaataariin Sadaasa 11, 2015 eegalee guyyoota 28 itti aananiif kan…
Fiigichi guddichi atleetotaa fi qooda fudhattootaaf beekkamtii laate
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC) – Fiigichi guddichi Ityoophiyaa sagantaa beekkamtii kennuu 22ffaa qopheesseen atleetotaa fi qooda fudhattootaaf beekkamtii laatera.
Sagantichi kaleessa mata duree ‘Ityoophiyummaa kootti nan boona’ jedhuun…