Ispoortii
Ityoophiyaa 2- 0 Taanzaaniyaa
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) - Taphni gulaallii Waancaa Addunyaa dubartootaa umrii waggaa 20 gadii har'a waaree booda Ityoophiyaa fi Taanzaaniyaa gidduutti gaggeeffame olaantummaa Ityoophiyaan xumurame.
Gareen dubartootaa biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Taanzaaniyaa goolii 2 ti 0n injifateera.
Gareen dubartootaa…
Read More...
Seeneegaal tapha xumuraa Waancaa Afrikaa 33ffaaf dabarte
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) - Tapha moo'anii darbuu walakkaa xumuraa halkan kana Burkiinaafaasoo fi Seeneegaal gidduutti gaggeeffameen Seeneegaal goolii 3 fi 1n injifachuun tapha Waancaaf darbuu mirkaneeffatte.
Deeyiloon daqiiqaa…
Taphni walakkaa xumuraa waancaa Afrikaa har’a Burkiinaafaasoo fi Seeneegaal gidduutti ni gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Taphni moo'anii darbuu walakkaa xumuraa waancaa Afrikaa 33ffaa har’a Burkiinaafaasoo fi Seeneegaal gidduutti gaggeeffamu xiyyeefffannoo argateera.
Tapha waancaa Afrikaa 33ffaa qopheessummaa…
Dorgommii fiigichaa biyyoota garaagaraatti gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa injifatan
Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC)- Dorgommii fiigichaa Xumura torban darbee biyyoota garaagaraatti gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa injifataniiru.
Dorgommii fiigicha mana keessaa meetira kuma 3 Jarman magaalaa Kaarlisiruuhiitti…
Gibtsi 2 – 1 Moorookoo
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) - Tapha Waancaa Afrikaa 33ffaa nuusa xumuraa har'a gaggeeffameen Gibtsi Moorookoo injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarte.
Gibtsi goolii 2 fi 1n Moorookoo injifatteerti.
Sa'aatiin idilee 1 qixa…
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa 27ffaan Olaantummaa Godina Jimmaan goolabame
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa 27ffaan Olaantummaa Godina Jimmaan goolabameera.
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa27ffaafi agarsiisni feestivaalaa aadaa 12ffaan magaalaa Sandaafatti…
Kaameeruunii fiBurkiinaafaasoon tapha walakkaa xumuraaf darbuu mirkaneeffatan
Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC) -Tapha waancaa Afrikaa 33ffaa nuusaa xumuraa har'a gaggeeffameen Kaameeruunii fiBurkiinaafaasoon tapha walakkaa xumuraaf darbuu mirkaneeffataniiru.
Burkiinaafaasoon goolii 1 fi 0n Tuuniziyaa injifachuun…