Ispoortii
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 19ffaan har’a itti fufuun taphatamu
Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 19ffaan har'a itti fufuun kan taphataman yoo ta’uu,morkiin Sandarlaandi Maanchiister Siitii waliin taasisu ni eegama.
Halkan sa’aatii 2:30 jalqabee Liiverpuul Liidis Yuunaayitiid, Kiristaal Paalaas ammoo Fuulhaam waliin taphatu.
Akkasuma halkan sa'aatii 5 irraa…
Read More...
Aljeeriyaan Ikkuwaatooriyaal Giinii, Burkiinaa Faasoon ammoo Sudaan injifatan
Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) - Taphoota ramaddii xumuraa waancaa Afrikaa 35ffaan Aljeeriyaan Ikkuwaatooriyaal Giinii, Burkiinaa Faasoon ammoo Sudaan injifachuun tapha moo'atanii darbuuf gahuu mirkaneeffatan.
Aljeeriyaan galchii 3 fi…
Bunni Itiyoophiyaa Machaal injifate
Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 12ffaan Bunni Itiyoophiyaa Machaal injifateera.
Tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:00 jalqabee Istaadiyeemii Finfinneetti taphatameen Bunni Itiyoophiyaa…
Waancaa Afrikaan har’a taphoonni ramaddii xumuraa 4 ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Waancaa Afrikaa 35ffaa qopheessummaa Moorokoon taphatamaa jiruun har’a taphoonni ramaddii xumuraa 4 ni taphatamu.
Har’a galgala sa’aatii 1:00 eegalee Ikkuwaatooriyaal Giiniin Aljeeriyaa, Sudaan ammoo…
Arsenaal 4 – 1 Astoon Viilaa
Finfinnee, Mudde 21, 2018 (FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 19ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal Astoon Viilaa injifachuun dursummaa isaa cimsate.
Arsenaal galchii 4 fi 1'n Astoon Viilaa injifateera.
Taphoota biroon…
Magaalaan Shaggar Buna Sidaamaan injifatame
Finfinnee, Mudde 21, 2018(FMC) -Tapha Piriimiyar Liigii CBE Itiyoophiyaa torbee 12ffaan Magaalaan Shaggar Buna Sidaamaan 0 fi 2'n injifatameera.
Galagala sa'aatii 12 irraa eegalee Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsii fi Tekinooloojii…
Nagallee Arsii Magaalaa Dirre Dhawaa injifate
Finfinnee, Mudde 21, 2018 (FMC) – Tapha CBE Itiyoophiyaa torbee 12ffaan Nagallee Arsiin Magaalaa Dirre Dhawaa goolii 3 fi 0 injifate.
Tapha biroon sa’aatii 9:00 irraa eegalee Magaalaan Hawaasaa fi Hadiyyaa Hoosaa’inaan Istaadiyeemii…