Ispoortii
Waaliyaawwan har’a Seeraaliyoon waliin taphatu
Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Seeraaliyoon waliin tapha gullaallii Waancaa Addunyaa marsaa 8ffaa ni taphata.
Falmiin har’a waaree booda sa'aatii 10:00 eegalee taphatamu kun ni eegama.
Tapha hanga ammaatti taphatameen Gareen Kubbaa Miilaa Seeraaliyoon qabxii 9 walitti…
Read More...
Federeeshinichi FIFA’f komii dhiyeesse
Finfinnee, Qaammee 3, 2017 (FMC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Addunyaa Itiyoophiyaan Ijipti waliin taphatteen walqabatee FIFA’f komii dhiyeesseera.
Federeeshinichi hanqina namuusaa mudate hordofee…
Kaayirootti ifee kan mul’ate Abbubakar Nuuraa
Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Karra Eegaan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Abbubakar Nuuraan ga'umsa olaanaa gulaallii Waancaa Addunyaarratti mul'iseen dinqisiiffannaa olaanaa argateera.
Tapha kalessa halkan Waaliyaawwan…
Jila Atileetiksii Itiyoophiyaaf gaggeessaan taasifame
Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Jila Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Jaappaan Tookiyootti gaggeeffamurratti hirmaatuuf gaggeessaan taasifameera.
Itiyoophiyaan shaampiyoonichaan fageenya Meetira 800 hanga…
Ijipti 2 – 0 Itiyoophiyaa
Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) –Taphni gulaallii Waancaa Addunyaa Ijiptii fi Itiyoophiyaa gidduutti taphatame olaantummaa Ijiptiin xumurame.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ijipti rukkuttaa adabbii walitti aansuun argate lama…
Gareen Biyyaalessa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Ijipti waliin taphata
Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) –Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa har'a tapha marsaa 7ffaa gulaallii Waancaa Addunyaa gita isaa Ijipti waliin taphata.
Biyyootni lamaan har'a halkan sa'aatii 4:00 irraa eegalee falmiin…
Atileet Taadduu Abaataa dorgommii fiigicha maaraatoonii Meeksiikoo injifate
Finfinnee, Hagayya 25, 2017 (FMC) – Atileet Taadduu Abaataa dorgommii fiigicha maaraatoonii dhiirotaa Meeksiikootti gaggeeffame injifateera.
Atileet Taadduu Abaataa dorgommicha sa’aatii 2 fi daqiiqaa 11 fi sekondii 15’tti xumuruun…