Ispoortii
Atileet Qananiisaa Baqqalaan Maaraatoonii Landan 2025 irratti kan hirmaatu ta’uu beeksise
Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC) -Atileetii buleessi Qananiisaa Baqqalaan fiigicha Maaraatoonii Landan 2025 irratti kan hirmaatu ta'uu beeksiseera.
Ga'eessi umrii waggaa 40 Atileet Qananiisaan dorgommii kun dorgommii idil addunyaa isa dhumaa ta'uu akka malu ibseera.
Read More...
Shaampiyoonaan tapha Guutuu Aanaalee godina Arsii magaalaa Itayyaatti eegale
Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC) - Shaampiyoonaan Ispoortii tapha Guutuu Aanaalee godina Arsii 28ffaan Aanaa Heexosaa magaalaa Itayyaatti gaggeeffamu eegaleera.
Shampiyoonaan Ispoortii taphaa guutuu aanaalee godina Arsii guyyoota…
Shaampiyoonaan Ispoortii tapha guutuu aanaaleefi magaalota Godina Harargee Lixaa eegalame
Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC) –Shaampiyoonaan Ispoortii tapha guutuu aanaaleefi magaalota Godina Harargee Lixaa 30ffaan magaalaa Cirootti eegalameera.
Shaampiyoonaan kun Ispoorteessitoota kuma 2'ol kan hirmaachiise yoo ta’u,…
Liiverpuul 2 – 1 Woolviis
Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) - Piriimeer Liigii Ingilaandiin Liiverpuul Woolviis injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 25ffaa har'a waaree booda sa'aatii 11:00 eegalee taphatameen…
Atileet Yoomiif Qajeelchaan dorgommii fiigicha meetira kuma 10 injifate
Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) - Atileet Yoomiif Qajeelchaan dorgommii fiigicha meetira kuma 10 Ispeen Kaastilootti dorgomame injifateera.
Atileet Yoomiif Qajeelchaan fageenyicha daqiiqaa 26 fi sekoondii 3 xumuruun injifate.
Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Tootenhaam Maanchiister Yuunaayitiid keessummeessu…
Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 25ffaan taphni har'a Tootenhaam Maanchiister Yuunaayitiid keessummeessu ni eegama.
Sagantaa torbee 25ffaa kanaan har'a waaree booda sa'aatii 11:00 eegalee…
Atileet Dirribee Waltajjiin fiigicha mana keessaa meetira kuma 3 Liyoonitti dorgomame injifatte
Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) - Atileet Dirribee Waltajjiin fiigicha mana keessaa meetira kuma 3 halkan edaa Faransaay Liyoonitti dorgomame injifatte.
Atileet Dirribeen fageenyicha daqiiqaa 8:39.49 xumuruun sa'aatii saffisaa…