Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Arsenaal PSG waliin taphatu ni eegama

Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) –Tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni marsaa jalqabaa har'a Arsenaal PSG waliin taphatu ni eegama. Taphni walakkaa xumuraa marsaan jalqabaa kun har'a halkan sa'aatii 4:00 eegalee taphatama. Arsenaal waggoota 19 booda xumuraaf darbuu yoo morkatu, PSG'n ammoo waggaa 5 booda xumuraaf…
Read More...