Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Shampiyoonaan Ispoortii Aadaa Godina Shawaa Kaabaa guyyoota sagaliif gaggeeffamaa ture har’a xumurame

Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Shampiyoonaan Ispoortii Aadaa Aanalee Godina Shawaa Kaabaa kudha sadii fi Bulchiinsa Magaalaa tokko jidduutti gosoota ispoortii aadaa Shaniin guyyoota sagaliif gaggeeffamaa ture har'a xumurameera. Kaayyoon shaampiyoonaa kanaa aadaa Ummata Oromoo Salaalee mul'isuu fi Ispoorteessitoota Godina Shawaa Kaabaa bakka…
Read More...

Naayijeeriyaa 3 – 1 Sudaan

Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaa galgala kana biyyoota ramaddii 'D' Naayijeeriyaa fi Sudaan gidduutti gaggeeffame olaantummaa Naayijeetiyaan xumurame. Biyyi Afrikaa Lixaa Naayijeeriyaan olaantummaa taphaa…