Ispoortii
Naayijeeriyaa 3 – 1 Sudaan
Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaa galgala kana biyyoota ramaddii 'D' Naayijeeriyaa fi Sudaan gidduutti gaggeeffame olaantummaa Naayijeetiyaan xumurame.
Biyyi Afrikaa Lixaa Naayijeeriyaan olaantummaa taphaa waliin Sudaan Goolii 3 fi 1n injifachuun ramaddicha qabxii jahaan dursuu eegalteerti.
Naayijeeriyaan tapha…
Read More...
Magaalaa Finfinneetti dorggommiin Ispoortii Aadaa 12ffaan gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti dorggommii fi Feestivaalli Ispoortii Aadaa 12ffaan gaggeeffamaa ture guyyaa har’aa xumurame.
Qopheessummaa kutaa magaalaa Araadaatiin kan gaggeeffamaa ture dorggommii fi…
Fiigichi Simannaa diyaaspooraa Magaalaa Adaamaatti gaggeeffama jira
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) – Fiigichi Simannaa diyaaspooraa Magaalaa Adaamaatti mata duree #No More#' jedhuun geggeeffamaa jira.
Fiigichichi simannaa diyaaspooraa kun fiigicha Kiiloomeetira 10 yoo ta’u miseensa diyaaspooraa kan…
Taphoota waancaa Afrikaa har’a gaggeeffameen Maalaawwii fi Moorokoon morkattoota isaanii…
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) - Taphoota waancaa Afrikaa 33ffaa galgala har'aa gaggeeffameen Maalaawwii fi Moorokoon morkattoota isaanii yoo injifatan, Seeneegaala Giinii waliin qixa baate.
Moorokoon Koomoroos 2 fi 0n, Maalaawwiin…
Federeeshinichi atileetota duula birmadummaarratti hirmaataniif beekamtii kenne
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) – Federeeshiniin Atileetiksii Ityoophiyaa atileetota duula birmadummaarratti hirmaataniif beekamtii kennuu ibsame.
Federeeshinichi yaa’ii idilee waliigalaa 25ffaa gaggeessaa jiraachuu ibsameera.…
Kaameeruun 4 – 1 Ityoophiyaa
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaan Ityoophiyaa fi Kaameeruun gidduutti gaggeeffame olaantummaa Kaameeruuniin xumurameera.
Daawwaa Waxxeesan Ityoophiyaaf daqiiqaa 4ffaarratti goolii tokko galchuus…
Har’a galgala Waaliyaawwan gita isaanii Kaameeruun waliin ni taphatu
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC)- Har’a galgala gareen biyyoolessaa Ityoophiyaa gita isaanii Kaameeruun waliin ni taphatuun eegama.
Qopheessummaa Kaameeruunin gaggeeffamaa kan jiru Waancaa Afrikaa 33ffaarratti hirmaata kan jiru gareen…