Ispoortii
Grahaam Pooter leenjisaa Cheelsii haaraa ta’uun muudaman
Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) –Cheelsiin leenjisaa Biraayitan kan turan Grahaam Pooter leenjisaa haaraa kilabichaa taasiisuun muuduu beeksise.
Tapha Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaa Kibxata darbeen kan injifatame Cheelsiin leenjisaa isaa Toomas Tuheel erga ari'ee leenjisaa Biraayitan Grahaam Pooter leenjisaa haaraa taasiisuun qaxareera.…
Read More...
Harariitti guyyaa nageenyaa sababeeffachuun fiigichi daandirraa gaggeeffame
Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Naannoo Hararitti Qaammee 3 guyyaa Nageenyaa sababeeffachuun fiigichi daandiirra gaggeeffame.
Fiigichi daandirraa Kiiloo Meetira 5 mata duree “nageenyi Ityoophiyaaf”jedhuun…
Cheelsiin leenjisaa Toomaas Tuusheelsiin gaggeesse
Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Gareen Kilabii Kubbaa Miilaa Ingiliz Cheelsiin leenjisaa Toomaas Tuusheelsiin gaggeessuu beeksise.
Kilabichi tapha Shaampiyoonsi liigii Daayinaamoo Zaagreev kaleessa galgala taphatameen erga injifatameen…
Injifannoon Garee Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa kennaa bara haaraati -Obbo Isaayyaas Jiraa
Finfinnee, Hagayya 30, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessa Ityoophiyaa Waancaa Chaaniif darbuun ummata Ityoophiyaaf kennaa bara haaraati jedhan Pireezedaantiin Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Obbo Isaayyaas Jiraa.…
Beellama 238ffaa Maanchistar Yuunayitidii fi Arseenaal
Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Tapha Pirimeerliigii Ingilaandi torbee 6ffaan Maanchistar Yuunayitidii fi Arseenaal tapha kubbaa miilaa jabduu fi akkaan eegamuuf wal beellamaniiru.
Seenaa Pirimeerliigii Ingilaandi keessatti iddoo…
Taphoonni Beetkiing Ityoophiyaa bara 2015 Fulbaana 20 ni eegala
Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Taphoonni Beetkiing Piriimayeer Liigii Ityoophiyaa bara 2015 Fulbaana 20 ni eegala jedhame.
Sagantaan taphoota Beetkiingii Ityoophiyaa kun gabatee CAF fi FIFA bu’uura godhachuun kan…
Kilaboonni moggaasa sabaafi amantaan waamaman maqaa isaanii akka fooyyessan yaadachiifaman
Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Kilaboonni Kubbaa miilaa moggaasa sabaafi amantaan waamaman maqaa isaanii akka fooyyessan Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa yaadachiise.
Yeroon jijjiirraa dorgommiiwwan liigii Federeeshinii Kubbaa…