Ispoortii
Tapha gulaallii Waancaa Addunyaa umrii 20 gadiin Gareen Dubartootaa Ityoophiyaa har’a Ruwandaa waliin taphata
Finfinnee, Fulbaana 14,2014 (FBC)- Tapha Gulaallii Waancaa Addunyaa umrii 20 gadiin Gareen Dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa har’a dirreen ala Ruwandaa waliin taphata jedhameera.
Waancaa Addunyaa Dubartootaa umrii 20 gadii bara 2022 Koostaariikaan qopheessituuf darbuuf gareen dubartoota Ityoophiyaa umrii 20 gadii gulaallii…
Read More...
Fiigicha walakkaa maaraatoonii Kooppan Haganitti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa injifatan
Finfinnee, Fulbaana 9, 2014 (FBC) - Fiigicha walakkaa maaraatoonii Deenmaarki Kooppan Haganitti guyyaa har'aa gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu injifataniiru.
Atleet Amdawarq Waalelinyi daqiiqaa 59 fi seekoondii…
Shaampiyoonaan Qaxxaamura biyyaa addunyaa 44ffaan waggaa 1 dheerate
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) - Sababa weerara vaayrasii koroonaan Shaampiyoonaan Qaxxaamura biyyaa addunyaa 44ffaan waggaa tokkoof dheerachuu Federeeshiniin Atleetiksii Addunyaa beeksiise.
Shaampiyoonaan Qaxxaamura biyyaa addunyaa…
Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa eda galgala taphatameen Beersoolaanaa fi Maanchiisteer…
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) –Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa eda galgala taphatameen Cheensii fi Juuveentus yoo injifatan, Beersoolaanaa fi Maanchiisteer Yuunaayitiid injifatamaniiru.
Taphoonni gulaallii marsaa…
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara 2021/22 har’a galgala ni eegalama
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) – Taphoonni shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara 2021/22 Kilaboota ramaddii E hanga Htti jiran gidduutti har’a galgala ni eegalama.
Taphoonni galaallii marsaa jalqabaa kunneen galgala har’aa…
Atileet Sanbaree Tafarii dorgommi figiichaa kiiloo meetira 5’n rikkardii addunyaa fooyyeessite
Finfinnee, Fulbaana 2, 2014 (FBC)- Atileet Sanbaree Tafarii dorgommi figiicha kiiloo meetira 5'n rikkardii addunyaa fooyyeessiteetti.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama…
Gareen kubbaa miila dubartoota Baankii Daldalaa Ityoophiyaa dorgommii Seekaafaa sadarkaa 2ffaa…
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Shaampiyoonsi Liigii Biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa qopheessummaa Keeniyaan Naayiroobitti gaggeeffamaa jiruun Kilabni Kubbaa Miilaa dubartoota Baankii Daldalaa Ityoophiyaa sadarkaa 2ffaa qabachuun…