Ispoortii
Fiigicha Daayimand Liigii Luuzaaniin Atleet Fireewayinii Hayiluu injifatte
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Fiigicha Daayimand Liigii kaleessa galgala Luuzaaniitti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aniiru.
Dorgommii fageenya Meetira kuma 1 fi 500 dubartoota gidduutti gaggeeffameen Atleet Fireewayinii Hayiluu sadarkaa 1ffaan yoo xumurtu, Atleet Hiruut Mashahaa ammoo sadarkaa 6ffaan…
Read More...
Gareen biyyoolessaa Ugaandaa magaalaa Baahir Daariin gale
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Garee biyyoolessaa Ityoophiyaa waliin Dilbata taphaa obbolummaa kan taasisuu gareen Biyyoolessaa Ugaandaa magaalaa Baahir Daariin galeera.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;…
Liivarpuul Mo Saalaa tapha garee biyyaalessaaf gadi dhiisuu dide
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Waldaan Kubbaa Miilaa Gibtsi Liivarpuul Mohaammad Saalaa biyyattiitti erguuf eeyyamuu akka dide beeksiise.
Mohammad Saalaan tapha garee biyyaalessaa Gibtsi Waancaa addunyaaf darbuuf…
Sagantaan Baniinsaa Paaraa Olompikii Tookiyoo bara 2020 gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Sagantaan baniinsa Paaraa Olompikii Tookiyoo Bar 2020 sirnoora garaagaraan gaggeeffame.
Jilli garee Ispoortii Paaraa Olompikii Biyyaalessa Ityoophiyaa sagantaa baniinsaa kanarratti…
Jilli Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii 20 gadii Keeniyaatti qophaa’erratti hirmaachaa…
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC)- Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii 20 gadii Keeniyaatti dorgomamaa tureen gareen Ityoophiyaa Meedaaliyaa 12 argachuun addunyaarraa sadarkaa 4ffaan xumuraniiru.
Jilli kun wayita Buufata Idil…
Arsenaal 0 – 2 Cheelsii
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 2ffaa har'a gaggeeffameen Cheelsii fi Tootanahaam morkattoota isaanii yoo injifatan, Maanchiisteer qixa ba'e.
Taphni guddaan torbee kanaa Arsenaalii fi…
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Ityoophiyaan sadarkaa 4 qabachuun xumurte
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii 18ffaa Keeniyaa Naayiroobitti gaggeeffamaa tureen Ityoophiyaan sadarkaa 4 qabachuun xumurteerti.
Ityoophiyaan Meedaaliyaa Warqee 3, Meetii 7 fi…