Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Gareen kubbaa miila dubartoota Baankii Daldalaa Ityoophiyaa dorgommii Seekaafaa sadarkaa 2ffaa qabachuun xumure

Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Shaampiyoonsi Liigii Biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa qopheessummaa Keeniyaan Naayiroobitti gaggeeffamaa jiruun Kilabni Kubbaa Miilaa dubartoota Baankii Daldalaa Ityoophiyaa sadarkaa 2ffaa qabachuun xumureera. Bu’uruma kanaan har’a sa’aatii 10:00 gareen kubbaa miila dubratoota Baankii Daldala Ityoophiyaa…
Read More...