Ispoortii
Garee Atileetiksii Ityoophiyaa injifannoo boonsaa galmeessanii galan daandiirratti simannaan taasifamaafii jira
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Dorgommii Shampiyoonaa Atileetiksii Addunyaarratti garee Atileetota Ityoophiyaa injifannoo boonsaa galmeessan daandiirratti simannaan taasifamaafii jira.
Gareen kun eda Finfinnee galuun isaanii ni yaadatama.
Guyyaa har’aas Goototaa Atileetotaa Ityoophiyaa fi miseensotaa garechaa biroo addabaabayii…
Read More...
Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa Finfinnee gale
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaan injifannoo boonsaa galmeesse Finfinnee galeera.
Jilichi wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga'u simannaa hoo'aan…
Boru Jila Atleetiksii Ityoophiyaaf simannaan gootaa ni taasiifama
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) - Mootummaan Ityoophiyaa Boru jila Atleetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa injifannoon golobeef simannaa gootaa kan taasiisu ta'uu beeksiiseera.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad,…
Jila Atleetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa addunyaa umrii waggaa 20 gadiiratti hirmaatuuf…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Jila Atleetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Kolombiyaa magaalaa Kaaliitti adeemsifamurratti hirmaatuuf gaggeessaan taasiifameera.
Bakka buutoonni…
Jila Atileetiksii Ityoophiyaaf simannaan addaa ni taasiifama – Ministeera Aadaafi Ispoortii
Finfinnee, Adoolessa 19, 2014 (FBC) – Ministeerri Aadaa fi Ispoortii jila Atileetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganirratti hirmaachuun qabxii gaarii galmeesseef simannaa ho'aa…
Iccitii injifannoo atileetota Ityoophiyaa duubaan jiru-Raasmes Saandaris akka barreessetti
Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Ameerikaa Origaanitti kan keessummeeffame Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 18ffaarratti Atileetonni Ityoophiyaaa meedaaliyaawwan Warqee 4, Meetii 4 fi Nahaasa 2 argachuun USA’tti aanuun addunyaarraa…
Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 18ffaarratti Ityoophiyaan sadarkaa 2ffaan xumurte
Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Oroganitti gaggeeffamerratti Ityoophiyaan meedaaliyaawwan Warqee 4, Meetii 4 fi Nahaasaa 2 argaachuun addunyaarraa sadarkaa 2ffaa qabachuun xumurteetti.…