Ispoortii
Preezdaant Saahilawarq jila Atleetiksii Paaraa Olompikii Tookiyoorratti hirmaatu gaggeessan
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen jila garee Atleetiksii Paaraa Olompikii Tookiyoorratti hirmaachuuf ulaagaa guutan gaggeessaniiru.
Preezdaant Saahilawarq alaabaa biyyattii akka ol kaasan hawwii gaarii hawwaniiru.
Miseensonni Paaraa Olompikii Ityoophiyaa biroo Sanbata dhufu gara Tookiyoo…
Read More...
Shaampiyoonaan Kilaboota Kubbaa miillaa Godinaalee fi magaalota Oromiyaa 19ffaan Magaalaa Ambootti…
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Shaampiyoonaan Kilaboota Kubbaa miillaa Godinaalee fi magaalota Oromiyaa 19ffaan kilaboota 36 hirmaachise Magaalaa Ambootti gaggeeffamaa jira.
Shaampiyoonaa kilaboota naannoo Oromiyaa 19ffaa…
Maanchiisteer Yuunaaytiid 5 – 1 Liidis Yuunaaytiid
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Taphoota Priimayer Liigii Ingilaand bara 2021/22 torbee jalqabaan Maanchiisteer Yuunaaytiid goolii 5 fi 1n Liidis Yuunaaytiid injifate.
Tapha baniinsaa Priimayer Liigii Ingilaand bara 2021/22 kaleessa…
Hawaasni Ispoortii Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa hiriiruun birmadummaa biyyaa eeguu qaba jedhame
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Hawaasni Ispoortii Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa hiriiruun birmadummaa biyyaa eeguu akka qabu Komishinarri Komishinii Ispoortii obbo Nasir Huseen ibsan.
Sirni baniinsa gumaacha deeggarsa Raayyaa ittisa…
Preezdaant Saahilawarq jila Atleetiksii Olompikii Tookiyoon ergaa baga nagaan dhuftanii dabarsan
Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen jila Atleetiksii Olompikii Tookiyoorratti hirmaachuun ganama kana gara biyyaa deebi’aniif ergaa baga nagaan dhuftanii dabarsaniiru.
Jila Atleetiksii…
Jila Atleetiksii Ityoophiyaa Olompikii Tookiyoorratti hirmaachuun gara biyyaa deebi’eef simannaan…
Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa Olompikii Tookiyoorratti hirmaachuun gara biyyaa deebi’e wayita Buufata Xiyyaaraa idil- Addunyaa Boolee ga’u simannaan taasiifameefira.
Sirna simannaa kanarratti…
Atileet Lettasanbaat Gidaay Ityoophiyaaf meedaaliyaa dabalataa argamsiiste
Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Olompikii Tookiyoo dorgommii fiigicha dubartootaa meetira kuma 10'n Atileet Lettasanbaat Gidaay Ityoophiyaaf meedaaliyaa dabalataa argamsiisteetti.
Baahireeniif kan fiigduu Atileet Qaalkidaan Gazzaaheny…