Ispoortii
Fiigicha meetira kuma 5 dhiirootan Atleetoonni Ityoophiyaa hin milkoofne
Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 18ffaan fiigicha meetira kuma 5 dhiiroota gidduutti gaggeeffameen Atleetiin Noorweey 5 meedaaliyaa Warqee biyya isaaf argamsiiseera.
Atleet Yoomiif Qajeelchaa sadarkaa 8ffaa, Solomoon Baaraggaan sadarkaa 12ffaa fi Muktaar Idiriis sadarkaa 13ffaa ba'uun xumuraniiru.…
Read More...
Fiigichi xumuraa meetira 5000 dhiiraa har’a halkan gaggeeffama
Finfinnee, Adoolessa 17, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 18ffaarratti fiigichi xumuraa meetira kuma 5 dhiiraa har’a halkan gaggeeffama.
Halkan gara barii sa’aatii 10:35 irratti dorgommii fiigicha xumuraa meetira kuma…
Fiigicha meetira kuma 5 Atleet Gudaaf Tsaggaayeen meedaaliyaa Warqee Ityoophiyaaf argamsiifte
Finfinnee, Adoolessa 17, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganitti gaggeeffamaa jiruun fiigicha xumuraa meetira kuma 5 halkan kana dubartoota gidduutti gaggeeffameen Atleet Gudaaf Tsaggaayeen meedaliyaa…
Ityoophiyaa 0 – 0 Sudaan Kibbaa
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) - Taphi gulaallii Waancaa Chaan Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gita isaa Sudaan Kibbaa waliin taphate goolii malee qixa xumurameera.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa biyya…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa har’a gita isaa Sudaan Kibbaa waliin tapha gulaallii ni…
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa har’a gita isaa Sudaan Kibbaa waliin tapha gulaallii Shaampiyoonsi Liigii Afrikaaf ni taphata.
Tapha kanarratti taphaattoota Liigii biyya…
Saadiyoo Maaneen taphataa cimaa Afrikaa bara 2022 ta’uun filatame
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) - Taphataan sarara fuuldura garee biyyaalessaa Seeneegaalii fi Liivar Puul duraanii, Baayer Muuniik yeroo ammaa Saadiyoo Maaneen taphataa cimaa Afrikaa bara kanaa ta'uun filatameera.…
Halkan har’aa dorgommiiwwan Atleetoonni Ityoophiyaa itti hirmaataan 3 ni gaggeefamu
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa gaggeeffamaa jiruun halkan har’aa dorgommiiwwan Atleetoonni Ityoophiyaa itti hirmaataan 3 ni gaggeefamu jedhame.
Barii sa’aatii 10:10…