Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Atleet Warqiwuhaa Geetaachoon fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 meedaaliyaa Meetii 4ffaa Ityoophiyaaf argamsiifte

Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganitti gaggeeffamaa jiruun Atleet Warqiwuhaa Geetaachoon fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 meedaaliyaa Meetii 4ffaa Ityoophiyaaf argamsiifteerti. Fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 barii kana gaggeeffameen Atleet Warqiwuhaa Geetaachoon…
Read More...