Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Oloompikii Tookiyoon dubratootaan atileet Gudaaf Tsaggayee Ityoophiyaaf meedaliyaa maaldaa argamsiiste

Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Oloompikii Tookiyoon meetira 5,000 dubratootaan atileet Gudaaf Tsaggayee Ityoophiyaaf meedaliyaa maaldaa argamsiisteetti. Dorgommichaan dhalattuu Ityoophiyaa atileet Siifan Hassaan Nizeerlaandiif meedaliyaa warqee kan argamsistee yoo ta’u, lammiin Keeniyaa Atileet Heelaan Obiiraa 2ffaa ba’uun meedaliyaa…
Read More...