Ispoortii
Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 18ffaa har’a gaggeeffamuun Atileetonni Ityoophiyaa dorgommiiwwan 3 irratti ni hirmaatu
Finfinnee, Adoolessa 11, 2014(FBC)- Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganitti gaggeeffamaa jiruun guyyaa har’a Atileetonni Ityoophiyaa dorgommiiwwan 3 irratti kan hirmaatan ta’uu ibsame.
Haaluma kanaan waaree booda sa’aatii 10:15 irratti dorgommiin maraatoonii dubartootaa gidduutti kan gaggeeffamu yoo ta’u,…
Read More...
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaan meetira kuma 10 dhiirootaan Atleetoonni Ugaandaa…
Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganitti gaggeeffamaa jiruun Atleetiin Ugaandaa Jooshawaa Chiippiteegeen meedaaliyaa Warqee biyya isaaf argamsiiseera.
Atleetoonni Ityoophiyaa…
Dorgommii Fiigichaa maaraatoonii dhiirotaan Atileet Taammiraat Tolaa injifate
Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 ( FBC)- Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganitti gaggeeffamaa jiruun Atileet Taammiraat Tolaa Maaraatooniin Warqee 2ffaa Ityoophiyaaf argamsiise.
Atileet Taammiraat dorgommicha…
Fiigichi xumuraa meetira kuma 10’n har’a dhiiroota gidduutti gaggeeffaamuun Atleetoonni…
Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganitti gaggeeffamaa jiruun fiigichi xumuraa meetira kuma 10'n Atleetoonni Ityoophiyaa ni eegamu.
Har'a waaree booda sa'aatii 10:15 irraa…
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaan Ityoophiyaan meedaaliyaa Warqee jalqabaa argatte
Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganitti gaggeeffamaa jiruun Atleet Lattasanbat Giday meetira kuma 10'n meedaaliyaa Warqee jalqabaa Ityoophiyaaf argamsiifteerti.
Atleet…
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaan har’a dorgomiin xumuraa Meetira kuma 10 dubartoota…
Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaan har’a dorgomiin xumuraa Meetira kuma10 dubartoota gidduutti halkan sa’aatii 4:20 irraa eegalee ni gaggeeffama.
Dorgimmichaan Atleetoonni…
Fiigicha Gulaallii shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa eda gaggeeffameen Atleetoonni…
Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) –Fiigicha Gulaallii shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa eda Ooriiganitti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa kooriniyaa lamaaniinu marsaa xumuraaf darbaniiru.
Dorgommii gufachiisaa meetira…