Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Olompikiin Tookiyoo boru ni eegale

Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Olompikiin Tookiyoo bara 2020 guyyaa boruu ni eegalama. Olompikii bara kana gaggeeffamurratti Atleetoonni biyyoota 205 keessaa waliitti babba’an kumni 11 ol ni hirmaatu jedhame. Gosoota Ispoortii 33 dorgommiin ni gaggeeffama jedhameera. Meedaaliyaawwan garaagaraa kumni 5 badhaasaaf qophaa’uus…
Read More...

Taanzaaniyaa 1 – 0 Koongoo

Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Tapha kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadiin Taanzaaniyaan Rippaablika Diimookiraatawaa Koongoo 1 fi 0n injifatte. Dorgommii seekaafaa umrii waggaa 23…

Sudaan Kibbaa 0 – 2 Keeniyaa

Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Tapha kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadiin Keeniyaan Sudaan Kibbaa 2 fi 0n injifatte. Dorgommii seekaafaa umrii waggaa 23 gadii qopheessummaa…

Burrundii 3 – 0 Eertiriyaa

Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Tapha kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadiin Burrundiin Eertiriyaa 3 fi 0n injifatte. Dorgommii seekaafaa umrii waggaa 23 gadii qopheessummaa Ityoophiyaan…