Ispoortii
Arsenaal Biraayitaniin injifate
Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz 18ffaan Arsenaal Biraayitaniin goolii 2 fi 1 injifateera.
Arsenaal goolii Maartiin Oodeegaard fi Ruutar ofirratti galcheen Biraayitaniin goolii 2fi 1 injifateera.
Deegoo Goomeez ammoo Biraayitaniif goolii injifatamuurraa isa hin oolchine 1 galcheera.
Taphoota biroon Liivarpuul…
Read More...
Beeniin Bootiswaanaa injifatte
Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha Waancaa Afrikaa 35ffaa ramaddii lammaffaan Beeniin Bootiswaanaa goolii 1 fi 0 injifatte.
Tapha Waancaa Afrikaa 35ffaa ramaddii lammaffaan galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee Seeneegaal…
Maanchister Siitiin Nooteengaam Foorestiin injifate
Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 18ffaan Maanchister Siitiin Nooteengaam Foorestiin goolii 2 fi 1 injifateera.
Bu’aa kana hordofee Maanchister Siitiin qabxii isaa gara 40 tti guddifachuun Liigicha…
Angoolaa 1-1 Zimbaabewee
Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Afrikaa marsaa 2ffaa har’a taphatameen morkiin Angoolaa fi Zimbaabewee gidduutti gaggeeffame qixaan xumurame.
Taphni ha'a Waaree booda sa'aatii 9:30 eegalee taphatame kun galchii 1 qixa…
Waldorgommiin madaallii giddu gala leenjii Ispoortii Oromiyaa marsaan jalqabaa eegale
Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Waldorgommiin madaallii giddu gala leenjii Ispoortii Oromiyaa marsaan jalqabaa kan bara 2018 eegaleera.
Waldorgommii kanarratti giddu galoonni Leenjii, Inistitiyuutii leenjiifi qorannoo Ispoortii…
Piriimeer Liigii Ingiliiziin taphni har’a Maanchiister Yuunaayitiid Niwuukaasiil Keessummeessu ni…
Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 18ffaan taphni har’a Maanchiister Yuunaayitiid Niwuukaasiil Keessummeessu ni eegama.
Taphoota torbee lamaan darbanii injifachuun kan hin dandeenye kilaboonni…
Waancaa Afrikaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Afrikaa 35ffaan har'a taphni Ijiptii fi Afrikaa Kibbaa gidduutti taphatamu ni eegama.
Waaree booda sa'aatii 9:30 eegalee Angoolaan Zumbaabewee waliin falmatti.
Tapha darbeen…