Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Beeniin Bootiswaanaa injifatte

Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha Waancaa Afrikaa 35ffaa ramaddii lammaffaan Beeniin Bootiswaanaa goolii 1 fi 0 injifatte. Tapha Waancaa Afrikaa 35ffaa ramaddii lammaffaan galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee Seeneegaal Rippaabiliika Dimookiraatawaa Koongoo waliin, sa’aatii 2:30 irraa eegalee Taanzaaniyaan Ugaandaa waliin akkasaumas halkan…
Read More...

Angoolaa 1-1 Zimbaabewee

Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Afrikaa marsaa 2ffaa har’a taphatameen morkiin Angoolaa fi Zimbaabewee gidduutti gaggeeffame qixaan xumurame. Taphni ha'a Waaree booda sa'aatii 9:30  eegalee taphatame kun galchii 1 qixa…