Ispoortii
Adaamaa, Abbaa Jifaarii fi Walqixxeen Priimeyar Liigii Ityoophiyaatti deebi’uu mirkaneeffatan
Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Bara dhufu kilaboonni naannoo Tigraay Priimeyar Liigii Ityoophiyarratti kan hin hirmaanne ta'uu isaaniitiin kilaboonni bara darbe Priimeyar liigii Ityoophiyaa keessa gadi bu'anii turan gara Priimeyar Liigii Ityoophiyyaatti deebi'uu isaanii mirkaneeffatan.
Wal morkiin kilaboota 6 hirmaachisuun Waxabajjii 18…
Read More...
Tapha Waancaa Kooppaa Ameerikaan Arjentiinaan Shaampiyoonaa taate
Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) –Tapha Waancaa Kooppaa Ameerikaan Arjentiinaan Biraaziil goolii 1 fi 0n injifachuun Shaampiyoonaa taateerti.
Gareen Biyyaalessa Arjentiinaa waggoota 28 booda yeroo jalqabaaf Shaampiyoonaa ta'eera.…
Taphoota Waancaa Awurooppaan Ingiliizii fi Xaaliyaaniin xumuraaf ga’an
Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) – Tapha Waancaa Awurooppaa eda galgala taphatameen Ingiliiz Deenmaark injifachuun tapha xumuraaf dabarteerti.
Ingiliiz Deenmaark 2 fi 1n injifachuun Xaaliyaanii waliin waancaaf darbuu ishee…
Hojiin haaromsa Istaadiyeemii Finfinnee eegale
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Hojiin haaromsa Istaadiyeemii Finfinnee eegaleera.
Hojii haaromsichaa eegaluufis torbee lama dura waliigalteen taasifamee turuun isaa ni yaadatama.
Bu’uuruma waliigaltichaanis hojiin haaromsa…
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen atleetoota dorgommi Oloompikii Tokiyoorratti hirmaatan jajjabeessan
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee atleetoota dorgommi Oloompikii Tokiyoorratti Ityoophiyaa bakka bu’uun hirmaatan bakka leenjiisaaniitti argamuun daawwataniiru.
Preezdaantittiin akkaadaamii…
Atleetoonni Ityoophiyaa Olompikii Tookiyoof qophii ga’aa taasiisaniiru- Komaandar Atleet Daraartuu…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC) – Atleetoonni Olompikii Tookiyoorratti Ityoophiyaa bakka bu’an 30 qophii ga’aa taasiisuu Preezdaantiin Federeeshinii Atleetiksii Ityoophiyaa Komaandar Atleet Daraartuu Tulluu ibsaniiru.…
Federeeshinich Kilaboonni taphattoota alaa 3 ol mallatteesiisuu akka hin dandeenye beeksiise
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Kilaboonni Priimeyar Liigii Ityoophiyaa keessatti hirmaatan taphattoota alaa 3 ol mallatteesiisuu akka hin dandeenye murtoo dabarsuu beeksiiseera.…