Ispoortii
Fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 dhiiraan atileetonni Ityoophiyaa milka’an
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) Moorishiyesitti kan gaggeeffamaa jiru Shaampiyoonaa Atileetiksii Afriikaa 22ffaan Atileetonni Ityoophiyaa milkaa’aa jiru.
Guyyaa har’aa fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 gaggeeffameen Atileet Haayilamaariyaama Amaaree fi Atileet Taaddasaa Taakkalaa 1ffaa fi 2ffaa bahuudhaan meedaaliyaa Warqee fi Meetii…
Read More...
Ityoophiyaa 2 – 0 Ijipti
Finfinnee, Waxabajjii 2 , 2014 (FBC) –Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Gulaallii Waancaa Afrikaa 2023f gaggeessaa jiruun gita isaa Ijipti goolii 2 fi 0n injifateera.
Taphataan sarara fuulduraa garichaa Daawwaa…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Afrikaa 22ffaan Ityoophiyaan Warqee jalqabaa argatte
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 22ffaan Ityoophiyaan meedaaliyaawwan Warqee fi Meetii jalqabaa argatteetti.
Meedaaliyaawwan kunneen kan argamaan fiigicha meetiraa kuma 10 dhiiraan ta’uun…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Afrikaa 22ffaan jalqabame
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Mooriishiyeetitti kan gaggeeffamu Shaampiyoonaan Atileetiksii Afrikaa 22ffaan har’a eegaleera.
Shaampiyoonaa atileetiksii kanarratti Ityoophiyaan atileetota dhiiraa 26 fi dubartoota 28…
Gareen Kubbaa miilaa dubartootaa biyyaalessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii Waancaa Addunyaa…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) –Taphni gulaallii waancaa Addunyaa har'a Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Naayijeeriyaa waliin gaggeesse goolii malee qixa xumurameera.
Tapha…
Dorgommii fiigicha meetira 1500 Faransaay Moontiriil Tuuritti gaggeeffameen Dirribee Waltajjii…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Dorgommii fiigicha meetira 1500 Faransaay Moontiriil Tuuritti gaggeeffameen Dirribee Waltajjii injifatteerti.
Dirribeen dorgommicha daqiiqaa 3, seekoondii 59 fi maayikiroo seekoondii 48 xumuruun…
Zaanzibaar 0 – 5 Ityoophiyaa
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha waancaa Seekaafaa gita isaa Zaanzibaar waliin taphate goolii 5 fi 0n injifate.
Dorgommii Shaampiyoonaa waancaa Bahaa fi…