Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Kumalaa Waamii Birraatuu mallattoo hariiroo Ityoophiyaa fi Jaappaani – Ambaasaaddar Itoo Taataakoo

Finfinnee, Waxabajjii 20, 2013 (FBC) – Atleeti Kumalaa Waamii Birraatuu mallattoo hariiroo Ityoophiyaa fi Jaappaan ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Jaappaan Ambaasaaddar Itoo Taataakoo ibsan. Sagantaan yaadannoo Atleeti Kumalaa Waamii Birraatuu gaggeeffameera. Sagantaa kanarratti sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan Kilaasteera…
Read More...