Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Shaampiyoonaa atleetiksii umrii 20 fi 18 gadii Afrikaa Bahaatiin atleetonni Ityoophiyaa milkaa’an

Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaa atleetiksii umrii 20 fi 18 gadii Afrikaa Bahaa Taanzaaniyaa Daaresalaamitti gaggeeffamaa jiruun atleetonni Ityoophiyaa milkaa’aniiru. Yeroo 4ffaaf Taanzaaniyaa Daaresalaamitti kan gaggeeffamu shaampiyoonaa atleetiksii umrii 20 fi 18 gadii Afriikaa Bahaa, atleetonni Ityoophiyaa bakka bu’uun…
Read More...