Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Beellama Tapha Waancaa Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaa  Liveerpuulii fi Riyaal Maadirid Si’oominaan eegamu

Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC)- Waancaan guddichi Ardii Awurooppaa galgala har’aa Laankishaayerootaafi Loozbilaankota haaloof miira waraana kubbaa miilaan walitti fida. Wal-falmii jabaafi hamaaf kan eegaman kilaboonni gurguddoo Addunyaa kubbaa miilaa Liveerpuuliifi Riyaal Maadrid waggaa 4 keessatti yeroo 2ffaaf waancaa chaampiyoonsi liigii…
Read More...