Ispoortii
Tapha Waancaa Awurooppaan Siwiidiin Isloovaakiyaa injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – Tapha Waancaa Awurooppaan Siwiidiin Isloovaakiyaa goolii 1 fi 0n injifatteerti.
Tapha biyyoota ramaddii 'E' jalatti ramadaman gidduutti har’a waaree booda 10:00 irraa eegalee taphatameen Siwiidiin Isloovaakiyaa 1 fi 0n moo'atteerti.
Foorsbarg 77ffaarratti rukkuttaa bilisaan Siwiidiif…
Read More...
Taphoota Waancaa Awurooppaan Yuukreen Meqedooniyaa kaabaa,Beeljiyeem Deenmaark injifatan
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC) – Taphoota Waancaa Awurooppaa Yuukreen Meqedooniyaa Kaabaa, Beeljiyeem ammoo Deenmaark goolii 2 fi 1n injifataniiru.
Tapha biyyoota ramaddii 'C' jalatti ramadaman gidduutti har’a waaree booda 10:00…
Waliigalteen istaadiyeemii magaalaa Finfinnee haaromsuuf dandeessisu mallatta’e
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Komiishiniin Ispoortii FDRI istaadiyeemii magaalaa Finfinnee haaromsuu fi tajaajilaa sadarkaa isaa eeggatee laachuu akka danda’uu taasisuuf waliigaltee mallateesseera.
Waliigalticha kan mallateessaan…
Tapha Waancaa Awurooppaan Tuurki Weelsiin injifatamte
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) - Taphoota Waancaa Awurooppaa Tuurkii fi Weelsi gidduutti gaggeeffame olaantummaa Weelsiin xummurameera.
Taphoota biyyoota ramaddii 'A' jalatti ramadaman gidduutti galgala sa'aatii 1:00 irraa eegalee…
Tapha Waancaa Awurooppaan Raashiyaan Fiinlaanda injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Taphni Waancaa Awurooppaa Fiinlaandii fi Raashiyaa gidduutti gaggeeffame olaantummaa Raashiyaan xumurameera.
Ramaddii 'B' jala kan jiran Fiinlaandii fi Raashiyaa tapha har’a waaree…
Tapha Waancaa Awurooppaan Poorchuugaal Haangaarii injifaatte
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) - Taphoota Waancaa Awurooppaa Haanagaarii fi Poorchuugaala gidduutti gaggeeffeen Poorchuugaala goolii 3 fi 0n Haangaarii injifatteerti.
Taphoonni biyyoota ramaddii 'F' jalatti ramadamanii galgala kana…
Tapha Waancaa Awurooppaan Cheek Rippaabliik Iskootlaandi injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2013 (FBC) – Tapha Waancaa Awurooppaa har’a waaree boodaa Iskootlaandii fi Cheek Rippaabliik gidduutti gaggeeffameen Cheek Rippaabliik goolii 2 fi 0n injifatteerti.
Schiik daqiiqaa 42ffaa fi 52ffaarratti…