Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadiin Ityoophiyaan meedaaliyaa warqee dabalataa argatte

Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiruun Ityoophiyaan meedaaliyaa warqee dabalataa argatteerti. Atleet Ayyaal Daanyaachow meetira 800 daqiiqaa 2 fi seekoondii 02 fi maayikiroo seekoondii 96 1ffaa ba'uu meedaaliyaa warqee 2ffaa Ityoophiyaaf…
Read More...